Kuusa Qabiyyeewwan Aangoo, 2024 Mirgi Qopheessaa Seeraan Kan Eegame© FES Ethiopia Tarsiimoo Walqunnamtii kan: Unbox Marketing www.unbox-marketing.com Fakkiiwwan Aartii: Alemayehu Tefera(Alex) 2024 Teferalex4@gmail.com Hareg waliin wal baraa Gammachiis waliin wal bara Biiniyaam waliin wal baraa Hayaat waliin wal baraa JXUPDD PLUNDQDD Qabiyyeewwan aangoo kan kee isaan kami? Isaan argachuuf yaalaa! Xiinxala SWOT Gufuulee cabsuu Karoora hojii tarsiimawaa Sararoota wal qunnamtii RGHHƪDQQRR Ergaa dadammaqsuu NDND Gabatee kaartaa JD Marii Waloo Qabxiilee marii Tooftaalee lagannaa hojii Yaada Wixinee waliigaltee qopheessuu Madda humnaa kan kee adda baafteettaa?